Biyyonni G-20 Gargaarsaaf Iyyataa Jiru

  • VOA

(Suuraa faayilii)

Dhukkuba Kooviid - 19 jedhamu ittisuuf kan ooluu doolaara Biliyoona saddeeti walitti qabuuf iyyataa jiran.

Biyyoonni addunyaa, jaarmayoonni sadarkaa addunyaa, dhaabatonni arjoomtootaa fi namoonni dhunfaakanaaf akka gumaachan gaafatamee jira.

Haga har'atti doolaara biliyoona1.9 kan walitti qabamee yoo ta'u dura teessummaa biyyoota G-20 jedhamuu kan of-harkaa qabdu Saawudiin diilaa miliyoona 500 laattee jirti.

Rakkoo addunyaa mudatee kanaaf furmaata isaa addunyaatu barbaachuu qaba jetti Saawuud Arabiyaan.