Labsiin Ba'e Hojii Irra Ooluu isaa Nan Hordoofa: Keniyaa

  • VOA

Vaayrasii koronaa ittisuuf labsiin ba'e hangam hojii irra akka oolee hordoffii kan gootu ta'u keeniyaan beeksiiftee jirti.

Keessumaa faana bu'iinsi kun konyaalee Mombaasaa, Kwaalee fi Kiliifi irratti kan qiyyaafatu ta'uun ibsamee jira.

Kunis kan barbaachiseef namoota adda baafamanii waaltaa tokko keessa ka'amantu miliqanii baduu isaanii prezidaantiin bbiyyatti Uhuruu Keenyaattaa eega beeksisanii bood.