WAASHINGITAN, DIISII —
Baatiin Eblaa ka keessa jirru kun baatii itti dhukkubni Ootiziim jedhamu yaadatamuu fi waa’ee dhukkubicha irratti mariin adda addaa gaggeessmu. Dr. Biraanee Oljirraa as Yunaayitid Isteetis, kutaaa Marilaand keessa ka jiru Waaltaa Fayyaa Hospitaala Seent Jooseef keessatti ogeettii fayyaa daa’immanii ti.
Waa’ee Otizimii, mallattoolee isaa fi hubannoolee dhukkubicha ilaallatu irratti dubbisnee jirra.
Gaaffii fi deebii waliin geggeessine caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Your browser doesn’t support HTML5