Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'ootaa Torban Dhufu Diisiitti Hin Deebinu Jedhan

  • VOA

Waashiingtan fi naannoo isheetti weerara dhukkuba Kooviid to'achuun rakkoo fidaa yeroo jiru kanatti kutaa ofii keessatti caalaatti vaayrasicha irratti hojjachuu filatan.

Miseensoota Kongreesaa keessaa 7 dhukkuba Koovidiin kan qabaman yoo ta'u 31 immo shakkiin addaa baafamanii jiru.