Wiirtuun Qorannoo Vaayirasii Koroonaa Hospitaala Rifaraalaa Yunivarsiitii Wallaggaatti Hojii Eegale 

Wiirtuun qorannoo Vaayirasii Koroonaa Hospitaala Rifaraalaa Yunivarsiitii Wallaggaatti hojii eegaluu isaa hoji geggeessaan hospitaalichaa Dooktor Tamasgeen Xilaahun beeksisanii jiran.

Wiirtuun kun sa’aatii tokkotti samuuda 96, guyyaatti ammoo samuuda 500-800 qorachuu danda’a jedhu, Doktor Tamasgeen.

Hospitaalli Rifaraala Yunivarsiitii Wallaggaa tajaajiloota idilee duraan kennaa ture buufata fayyaa ka biraatti kennuuf haalli miija'uu isaallee dubbatanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Wiirtuun Qorannoo Vaayirasii Koroonaa Hospitaala Rifaraalaa Yunivarsiitii Wallaggaatti Hojii Eegale