Boordiin Filannoo Yeroo Filmaataa Akka Darbuuf Murteesse Paarlaamaan Raggaasise

  • VOA

Paarlaamaan Itiyoophiyaa filannoo biyyoolessaa yeroo biraatti dabarsuuf kan boordiin filannoo murteesse har’a raggaasisee jira

Dura teessuun boordii filannoo aadde Birtukaan Miideksaa weerarri vaayiresii koronaa qophee filannoof godhamu akkamiin akka danqe miseensota paarlaamaaf ibsaniiru.

Paalaamaanis murti kana akka qoratuuf koree dhimmi ilalaallatu tti dabarsee jira.