Gareen “Diaspora Trust Fund” Jedhu Meeshaalee Vaayiresii Koronaatti Duuluu Gargaaru Itiyoophiyaatti Erguu Beeksise

  • VOA

Faayilii - Meeshaa vaayrasii koronaatti duudluu gargaaru, Buufata Xiyyaaraa Boolee

Biyyoota alaa keessa kanneen jiraatan lammiiwwan Itiyoopohiyaa fi hidda dhalata Itiyoopiyaa baasii baasanii fi hooggana isaaniin kan socho’u gareen “ Dayaspora Trust Fund” jedhau COVID-19 ittisuuf kan oolu meeshaa wal’aansa fayyaa Itiyoophiyaatti erguu isaa beeksisee jira.

Itiyoopiyaa kan dhaqqabe meeshaa qarshii miliyoona 40tti hedamu ga’uu gareen kun kaleessa ibsa baaseen beeksiseera.