Waa’ee Yeroo Filannoo fi Yeroo Taayitaa Mootummaa Dheeressuu Ilaalchise Hiikkaa Seeraa Itti Kennuu, Falli Jedhu Furmaata Miti, Hayyoonni Seeraa
FINFINNEE —
Sababa weeraraa Vaayirasii Koroonaatiin Booridiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo biyyattii silaa Hagayya bara 2012 akka geggeessamu beellama qabee ture amma hojii irra oolchuun akka hin danda’amne eega beeksisee booda, mootummaan falawwan seeraa afur dhiheessee keessaa Manni Maree Bakka-bu'oota Uummataa akka Manni-maree Federeeshinii hiikkaa heeraa itti kennu ka jedhu raggaasisee jira.
Kana ilaachisuun ogeeyyiin seeraa dhimma kana irratti VOAn dubbise, “hiikkaan heera mootummaa fala hin ta’u.
Marii ummataa, paartilee morkattootaa fi mootummaatiin hiikoo seeraa fi siyaasaa itti kennuutti fuuleffachuu tu furmaata fida,” jedhan.
Guutummaa isaa caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5