Raagnii Jiru Maal Jedha?

  • VOA

(Suuraa faayilii)

Baatii fullee keenyaa tokko keessatti uummanni kuma 21 caaluu lolaa bishaanii fi laftii citee garagaluun kan isaan mudatu ta'u komishinni ittisa balaa kan Itiyoophiyaa gabaasee jira.

Sababaa kanaan uummanni kuma 19 manaa fi qe'e isaa dhisee godaanuuf kan dirqamu ta'uun ibsameera jechuun Edeen Garramoo gabaastee jirti.