Koleeraan Lubbuu Namaa Galaafate

  • VOA

Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa godina Omoo keessatti weerara Koleeraa dhaqqabeen namoonni 40 caalaan du'u jiraatonni dubbatanii jiru.

Hogganaan waajiira eegumsa fayyaa kan bulchiinsa naannoo garu dhukkubsatanaii waaltaalee eegumsa fayyaa keessatti wal'ansa argataa kaneen turan gidduudhaa kudhanii gad kan hin taanee du'u ibsuu isaa Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.