‘Nami harra Godina Booranaatti Kooronaan Irratti Argame Seeraan ala Daangaa Qaxxaamuree Seene’ Waajjira Eegumsa Fayyaa Aana Mooyyale

Moyyaalee, Oromiyaa

Waajjirri eegumsa fayyaa aanaa Mooyyalee, name harra dhibeen Kooronaa irratti mullachuu mirkanaaye, seeraan ala Keeniyaa daangaa cabsee nama seene jedhe.

Abduuba Waaqoo hoogganaan waajjirichaa ‘amm namoota namni kun Mooyyaleetti arge adda baasuuf itti jirraa’ jedhanii ammaa daangaa seeraan ala darbuun rakkoodha jedhan.

Godina Booranaatti name Kooronaan qabe kun amma Hospitaala mooyyale jiraa Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Nami harra Godina Booranaatti Kooronaan Irratti Argame Seeraan ala Daangaa Qaxxaamuree Seene’ Waajjira Eegumsa Fayyaa Aana Mooyyale