ABO Dabalatee Dhabileen Afur Filannoo Biyyoolessaa Sababaa COVIDf Taasifamuu Dadhabameef Yaada Furmaataa Dhiheessan

Obboo Daawud Ibsaa

Dhibdee sababa weerara COVID 19 filannon biyyalessa taasifamuu dadhabame furuuf turtii wagga tokkof filannoon dheeratee Mootumman hoggansa teknookiraatotaa yokaan ogeeyyii bulchiinsaan akka biyya bulchu Gamtaan Dimokraasii Sab danuu Federaalawaa, ABO dabalatee dhaabbileen Afur of keessaa qaban yaada furmaata dhiheessanii jiran.


Falli seera rakkoo rakkoon kun ittiin furamu waan hin jirreef marii fi falli siyaasaa itti yaadamuu akka qabus Gamtaan paartiilee siyaasaa kun hubachiise, jedhaan Hayyu Dureen ABO fi Walittiqaban Gamtichaa Obbo Daawud Ibsaa.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

ABO Dabalatee Dhabileen Afur Filannoo Biyyoolessaa Sababaa COVIDf Taasifamuu Dadhabameef Yaada Furmaataa Dhiheessan