WAASHINGITAN, DIISII —
Tokkummn mootummootaa kunuunis fayyummaa sammuu uummata miliyoonaan laka’man sababaa COVID -19n kanneen soda, qofummaa, rakkoo dinagdee fi hookkara maatii keessaan dhiphina yaada sammuuf saaxilamaniif akka godhamu waamicha dabarsee jira.
Ibsi imaammataa kan tokkummaa mootummootaa COVID-19 fi fayyummaa samuuf tarkaanfii fudhatamuu qabu ilaalchisuun muummicha barreessaa Antooniyoo ba’e dhimmootii sababaa rakkoo kanaan as ba’an xiinxaluu dhaan yaadawwan illee dhiyeessee jira.
Your browser doesn’t support HTML5