"Rakkoon Itiyoophiyaa Fala Siyaasaan Otuu Hin Taane Ol'aantummaa Seeraan Hiikama"

Dubbi himaa Paartii Badhaadhinaa, Obbo Awwaluu Abdii 

Rakkoon Itiyoophiyaa Fala Siyaasaan Otuu Hin Taane Ol'aantummaa Seeraan Hiikama, Jedha Paartiin Badhaadhinaa

Rakkoon Itiyoophiyaa mudate olaantummaa seeran ka furamu malee, fala siyaasaan kan hikkamuu miti, jedha Partiin Badhaadhinaa.

Dubbi himaan paartichaa Obbo Awwaluu Abdii gaaffii fi deebii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennaniin, “Paartileen marii barbaadanis yoo jiraatan seera mootumma irra dhaabbatanii qofa ta'uu qaba,” jedhan.

Gabaasaa keenya Muktaar Jamaa tu dubbise. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

"Rakkoon Itiyoophiyaa Fala Siyaasaan Otuu Hin Taane Ol'aantummaa Seeraan Hiikama"