WAASHINGITAN, DIISII —
Rwaandaa keessatti bara 1994 duguggaa sanyii dhaqqabee sanaaf namnii harka keessaa qaba jedhamee barbaadamu Sambata darbee qabamuu isaa gareeleen mirga dhala namaaf fslmsnii fi namoonni fixiinsa sana irraa lubbuun hafan faarsanii jiru.
Felichein Kabugaa kan qabame Faransaayii keessatti yoo ta'u waggaa dheeraa akkasiif attamiin ituu hin qabamiin ture inni jedhu gaaffii kaasisaa jira.
Kanneen harkii isaanii ituu hin qabamiin jiran immoo carraa maaliitu eega laata?
Gabaasa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5