Rootarii Internaashinaal Meeshaalee Gargaarsaa Waldhaansa COVID Itiyophiyaaf Kenne

Gumiin sadarkaa Addunyaa Rootarii Internaashinaal jedhamu gargaarsaa Waldhaansa COVID Itiyophiyaaf Kenne

Weerara VaayIrasii Koronaan gaaga'ama mudachuu maluuf qophii taasifamaa jiruun Finfineetti Galma Miliiniyeemii kan ture Wirtuu Waldhaansa Dhukkubsatoota COVID 19 akka ta'uuf sireen kuma tokkoo ol itti galfamee qophiin xumuramuu isaa Ministarri Eeggumsa Fayyaa Itiyoophiyaa beeksise.

Gumiin sadarkaa Addunyaa Rootarii Internaashinaal jedhamus gargaarsa meeshaalee waldhaansa COVID 19f oolfamu baasii qarshii miiliyoona lamaa olitti tilmaamu Ministeera Fayyaaf gumaachee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Rootarii Internaashinaal Meeshaalee Gargaarsaa Waldhaansa COVID Itiyophiyaaf Kenne