Itiyoophiyaa Keessatti Lakkobsii Namoota Koviid - 19 Qabaman Dabalaa Jira

  • VOA

Sa'atilee darban 24 keessatti namoota 5015 irratti qorannaa gaggeefameen namnii 137 vaayrasii koronaan qabamuun ibsamee jira.

Walii galaan lakkoobsii namoota Itiyoophiyaa keessatti vaayrasii koronaan qabamanii 968 ga'e jira.

Warra amma qabamuun ibsamee 137 keessaa 86 Dhiira 51 Dubartoota ta'uun beekamee jira.