Dawaan Erga Hojii irra oolee Waggaa 25 Lakkoobsisee Keessaa Tokko Kam?

  • VOA

Waggaa 25 har'a baatii Waxabajjii keessa dawaa haaraa jalqaba ba'e hojii irra ooluun lubbuu nama hedduu du'a irraa oolche kan Ech Ay Vii ykn HIV/AIDS ture.

Waggoota dheeraaaf mootummaan Yunaaytid Isteetes vaayrasii HIV ittisuuf yaalii taasisee kan hogganaa turan Dr. Antonii Faawuchii dawaan argamee sun jireenya namoota vaayrasii HIV waliin jiraatanii jijjire jedhu.asii HIV waliin jiraata

Sababaan isaas dawaa yeroo duraaf bu'aa guddaa argamsisee fi waan tureef jedhu.

Addunyaa irratti uummata Miliyoona 37 akkasumas Amerikaa keessttis namnii Miliyoona tokko ta'u vaayrasii HIV waliin jiraata.