FINFINNEE —
Hawaasni namoota Vaayirasii koroonaatin qabamanii dandamatanii bahan irraa akka hin qoollifanne Ministiriin Fayyaa waamicha dhiheessan.
Haa tahuutii namoonni waan dhiibee kana irraa dandamataniif qofa battalumatti maatiitti akka hin makamne deetaan Ministaraa Fayyaa Dr. Darajjee Dhugumaa hubachiisanii jiru.
Itoophiyaatti hanga ammaatti namoota 5000 ol tu vaayirasii kanaan qabame. Namoonni 1,500 ol irraa dandamataniiru.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5