Artist Haacaaluu Hundeessaa Ajjeefame Jedhama

Haacaaluu Hundeessaa

Artist Haacaaluu Hundeessaa har'aa jechuunis Wiixata Waxabajj 29, 2020 akka lakkoofsa sa'aatii Itoophiyaatti galgala tilmaamaan naannoo sa'aatti 3:30 Magaalaa Finfinnee bakka adda Kondominiiyemii Galaan jedhamutti ajjeffame jedhamera. Yeroo amma reenfii isaa naannoo Labu akka jiru namoonni naannoo sana jiran dubataniru.

Akka odeeffannoo gahaa argannen sinitti deebina.