Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Waa'ee Vaayrasii Koronaa Akeekkachiisa Kenne

  • VOA

Biyyonni addunyaa of-eeggannoo barbaachisu hin godhan taanaan kan addunyaa irratti aritiin faca'aa jiru vaayrasiin koronaa daran hammaachuuf kan jiru ta'u jaarmayaan fayyaa addunyaa akeekkachisee jira.

Hojiin ittisa vaayrasii koronaa Kun ka hojjatamu ugguura ka'amee yeroo tokko hojii irra olchaa yeroo ka biraa kaasaa akkasumas deebisani hojii irra olchaa miti jedhee jira.

Gabaasa Mariyaamaa Diyaaloo ergite caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Waa'ee Vaayrasii Koronaa Akeekkachiisa Kenne