Biiroon Barnootaa Oromiyaa  Barnoota Bara 2013f Barattoota Galmeessuun Eegalamuu Beeksise 

Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa, Dr. Tolaa Bariisoo, galmeessuun barattootaa torban lamaaf itti fufaa, haala itti barnootni eegalamurrattis mari’atamaa jira, jedhan.

Haa ta’u malee, barattootni Mana Barumsa Qophaa’inaa Amboo tokko tokkommoo, barnootni dafee eegalamuu dhabuu fi qormaatni biyyaalessaa kutaa 12ffaa hanga yoonaa kennamuu dhabuun nu yaaddesseera, jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Biiroon Barnootaa Oromiyaa  Barnoota Bara 2013f Barattoota Galmeessuun Eegalamuu Beeksise