Manni Murtii Imaammata Baasuuf Yaaluu Hin Qabu: Emii Baaret

  • VOA

Kan dhiyeenya kana du'an boqotan dubartii haadha murtii mana murtii mummicha Yunaaytid Isteetes iddoo akka bu'aniif kan prezidaant Traamp maqaa dhahan Emii Baaret, Manni Murtii imaammata baasuuf yaaluu hin qabu, isa kana prezidaantii Amerikaa fi Kongreesaaf dhiisuu qabna, jedhan.

Kunis Wiixata har'a kaasee muudama haaraa kanaaf dhiyaachuu isaanii kan ilaaleen senetaroonni falmii gaggeessaa jiru.

Emiin dursanii ibsa baasaniin qooda mana murtii olaanaa kan ilaaleen rakkoo hundumaa furuuf ykn dogoggoora jiru sirreessuu miti jedhan,