Obbo Daawud Kaleessa Otuu Mana Isaanitti Ibsa Kennaa jiranii Qaamonni Naga-eegumsaa  Itti Dhufanii Namoota Achi Turan Hidhuu Dubbatu 

Obbo Daawud Ibsaa

Obbo Daawud Ibsaa kaleessa mana isaaniitti osii miidiyaaleef ibsa kennaa jiranii qaamoleen naga-eegumsaa namoota mana isaanii turan qabanii hidhuu fi ibsichis akka addaan citu taasisuu isaanii dubbatan.

Koomishina Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa fi Poolisiin magaalaa Finfinnee irraa deebii argachuuf quunnamnus nama himannaa kanaaf deebii kennu hin arganne.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Daawud Kaleessa Otuu Mana Isaanitti Ibsa Kennaa jiranii Qaamonni Naga-eegumsaa  Itti Dhufanii Namoota Achi Turan Hidhuu Dubbatu