Hoomaan Hawaannisaa Karaa Naannoo Daangaa Godinaalee Oromiyaa gama Bahaa Seene Gara Shawaa Bahaattillee Cehuu Mala, Jedhama 

Godinaalee Oromiyaa lama, Harargee Bahaa fi Lixaa keessatti aanaaleen 16 hoomaa Hawaanisa naannoo daangaa irraa gama biyyaatti galeen kan weeraraman tahuu ibsee yaroo ammaa gama naannoo Afaariin Godina Shawaa Bahaattis ni gala, sodaa jedhu tu jira jedha Biroon Qonnaa fi Misooma Baadiyaa Oromiyaa.

Midhaan hanga ammatti dhaqabe kan adda hin baafamiin ta'uu Hogganaan biiroo sanaa Obbo Dhaaba dabalee dubbatanii jiru.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hoomaan Hawaannisaa Karaa Naannoo Daangaa Godinaalee Oromiyaa gama Bahaa Seene Gara Shawaa Bahaattillee Cehuu Mala, Jedhama