Haadhaa fi Intalli Lammiwwan Somaaliyaa Ta'an Badhaasa Waggaa Kan Bara 2020 Injifatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Faartuun Adan fi Intalli isaanii Ilwaad Elmaan waggaa 10 dura jechuun bara 2010 jalqabee dubartootaa fi shamarran humnaan gudeeddiin irratti gaggeeffame walitti qabuun Waaltaa "Somaaliyaa sisteers" jedhamu hundeessuun gargaaraa turan.

Gama kaaniin immoo ijoollee ijoollummaan looltummaa keessa seenaniif projektii nagaa mataduree "Qawwee lafa ka'aa, Qalama ittiin barreessitan kaasaa" jedhuun hundeeffame keessatti leenjii adda addaa kennuun barsiisu.

Hojii isaanii kanaaf badhaasa Aurooraa kan bara 2020 injifatan.Badhaasii kun Dolaaraa Miliyoona Tokko ta'uun beekamee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Haadhaa fi Intalli Lammiwwan Somaaliyaa Ta'an Badhaasa Waggaa Kan Bara 2020 Injifatan