FINFINNEE —
Barnootni sababaa COVD 19f addaan citee ture, maneen barnootaa Oroomiyaa keessaattii Sadaasa 7 bara 2013 ni eegalama jedhamee tureyyuu, akka karoorfametti egalamuu dhabuu, Biiroon Barnootaa Naannichaa beeksisee jira.
Biroon Barnootaa Oromiyaa, maneen barnootaa irra-deebi'anii banuun kan hin milkaa’iin hafeef sababa hojiileen ittisa Vaayirasii Koronaa hojjatamuu qaban guutamuu dhabaniifi, jedha.
Your browser doesn’t support HTML5