Obbo Jawaar Mohammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa Har’a Beellama Mana-murtiif Hin Dhihaatiin Hafan 

(Suuraa faayilii)

Obbo Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa ykn Adaana Booranaa fi Shamsaddiin Xahaa har'a beellama mana murtii irratti akka hin argamne abukaatoon isaanii ibsan.

Abukaatoon namoota kanneenii obbo Kadir Bulloo akka ibsanitti haalli nageenyaa yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu nageenya keenyaaf akkasumas tasgabbii biyyattiif sodaachisaadha, jechuun beellamicha irraa hafan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Jawaar Mohammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa Har’a Beellama Mana-murtiif Hin Dhihaatiin Hafan