Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Barattoota Barnoota Sadarkaa Waggaa Xumuraaf Akka Waamichi Taasisamu Beeksise
FINFINNEE —
Dhaabbatoonni barnoota ol’aanoo guyyaa har’aa Sadaasa 21 bara 2013 irraa kaasee hanga Sadaasa 25 bara 2013tti barattoota waggaa xumuraatiif akka waamicha godhan Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksise.
Dhaabbatoonni barnoota ol’aanoo Naannoo Tigiraay keessatti argaman garuu yeroo jedhame keessatti barattoota waamuuf akka rakkachuu malan akeekee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5