Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad Robii kaleessa paartiilee morkitootaa fi jaarmayaalee haawaasaa waliin dhimma filannoo irratti dubbatanii jiran.
“Filannoon dhufu akka dheeressamu gaaffiileen paartiilee siyaasaan dhihaatan kan uummata burjaajessani” jedhan – Muummichi-ministaraa Abiyyi.
Abbummaa lafa daangaa kan ilaaleen yeroo dheeraa qabee gaaffiin dhiyaataa akka ture kan mirkaneessan Dr Abiyyi gaaffiin kun deebii kan argatu, uummata bulchiinsa naannoo gaaffii kana kaasee waliin marii gaggeeffamuun akkasums rakkoo akkasii furuuf komishina daangaa hundeeffameen qorannaa gaggeesuun waan dhiyeessu irratti ta'u hubachiisan.
Gabaasaa Masfin Arraagee ergee caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Filannoo Itiyoophiyaa Gaggeeffamuu qaba, Lakkii Yeroo Biraatti Darbuu Qaba: Yaada Marii