Duulli Kun Lammiilee Biyyattii KanTokko Taasisee Ture: Angawaa Waraanaa

Faayilii - Haagganaa Waraana waliigalaa Humnoota Itoophiyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaa

Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa ABUT irratti injifannoo qinda'aa kan gonfate lola haqa qabeessa ta'e gaggeessuun ta'u Itaamaajoor Shuumii ykn Haagganaan Waraanaa waliigalaa Humnoota Itoophiyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaa.

Duulli kun lammiilee biyyattii kan tokko taasise dha jechuunis ibsaniiru Jeneraal Birhaanuun

Pireezidaantiin Itoophiyaa Saahilawarq Zawdee injifannoon loltuun Itoophiyaa gonfate seenaa keessatti yaadatamaa jiraata jechuun ibsaniiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Duulli Kun Lammiilee Biyyattii KanTokko Taasisee Ture: Angawaa Waraanaa