Dargaggoo Carraa Barnootaa Dargaggoota Afriikaaf Gaafataa Jiru

Dargaggoo Jiinenus Fiqaaduu

Dargaggoo Jiinenus Fiqaaduu Yunivarsiitii Chaayinaa kan bulchiinsa Hoong Koong keessatti damee barnoota Faarmaasiin Digrii3ffaa Doktorummaa ykn (PHD) barataa jira.

Jiinenus, preezidaantii Yunivarsiitichaa waliin haala ittin Dargaggoonni Afriikaa carraa Barnootaa itti argatan irratti mari’annee jirra jedha.

Marii gaggeeffame caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggoo Carraa Barnootaa Dargaggoota Afriikaaf Gaafataa Jiru