Haalli Itti Barataan Qaro-dhabeessi Tokko Magaalaa Finfinnee Keessatti Du’e Mormii Kaasee jira 

Haala barataan Yunivarsitii Finfinnee qaroo dhabeessaa tahe Abrahaam Dureessaa itti du’e mootummaan akka qoratee if taasisu Federeeshiniin Waldoota Qaama-miidhamtootaa Itiyoophiyaa gaafatee jira.

Magaalaa Finfinnee keessatti ture barataan qaro-dhabeessi kun ka du’e. Poolsiin magaalaa Fifinnee akka dhimmicha qorataa jiru dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Haalli Itti Barataan Qaro-dhabeessi Tokko Magaalaa Finfinnee Keessatti Du’e Mormii Kaasee jira