Waldaa Kristaanaa Magaalaa Naqamtee Keessa Jirtu Tokkotti Maal Tu Ta'e?

  • Jaallannee Gammadaa

Faayilii - Magaala Naqamtee

Magaala Naqamtee keessa kan jirtu Waldaa Kristaanaa Araara Waaqayyoo Addunyaa keessatti Sambata darbee barii amantoonni lakkobsaan hedduu ta'an toora qabachuun waldaa seenuuf yeroo yaalii godhanitti waldhiibboo uuameen namoonni madaa'uun ibsamee jira.

Kana irratti lubbuun nama tokkoo darbuu waajirri nageenyaa fi bulchiinsaa magaala Naqamtee fi maddeen hospitaalaa ibsanii jiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Waldaa Kristaanaa Magaalaa Naqamtee Keessa Jirtu Tokkotti Maal Tu Ta'e ?