"Masjiidha Al-Najaashiirra Miidhaa Dhaqqabe Deemnee Qulqulleeffachuuf Mootummaa Gaafannee Jirra"

Masjiidha Al-Najaashiirra

Masjiidha Al-Najaashiirra Miidhaa Dhaqqabe Deemnee Qulqulleeffachuuf Mootummaa Gaafannee Jirra, Jedha Gumiin Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa  

Kan naannoo Tigiraay keessa jiru masjiida Al-najaashii irra miidhaa gahe iddoo isaa dhaqanii qulqulleeffachuuf gama mootummaatiin akka eegumsi nageenyaa nuuf godhamu gaafannee eegaa jirra, Gumiin Walii-galaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa.

“Miidhaan sun ka dhaqqabe waraansa keessatti,” ka jedhu mootummaan immoo deebisamee akka ijaaramuuf kan hojjetaa jiru tahuu dubbate.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

"Masjiidha Al-Najaashiirra Miidhaa Dhaqqabe Deemnee Qulqulleeffachuuf Mootummaa Gaafannee Jirra"