Yunaaytid Isteetes Prezidaantii 46ffaa Muuduuf Qophii Xumuraa Jirti

  • VOA

Roobii borii Amajjii 20 bara 2021 Joo Baaydin magaala Waashingtan keessatti kakatanii aangoo prezidaantummaa qabachuuf jiran.

Kunis deggertoonni prezidaantiicha aangoo gadhisuuf jiranii kan Donaald Traamp gamoo mana maree bakka bu'oota uummataa gara jalqaba baatii kanaa eega eega cabsanii seenanii lubbuun namaa darbee booda ta'u isaati.

Joo Baaydin sirna kakuu aangoo qabachuu kana irratti mata dureen fudhatanii dhiyaatan Amerikaa Tokko Taate kan jedhu akkata'e ibsamee jira.Garu hojiin biyyatti tokko gochuu salphaa hin ta'u jedhamaa jira.

Gabaasa Guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaaytid Isteetes Prezidaantii 46ffaa Muuduuf Qophii Xumuraa Jirti