Jalabultiin Ayyaana Cuuphaa Haala Ho’aan Ambotti Ayyaaneffame

Ayyaanni Kataraa ykn jalabultii yaadannoo Cuuphaa Iyyasuus Kiristoos magaalaa Ambootti haala dammaqina qabuun kabajamuu dubbatan, jiraattonni magaalattii VOAn dubbise.

Namootni heddumminaan kabaja ayyaannichaarratti argamanillee, eeggannoon Iitisa Vaayirasii Koroonaaf taasifame laafaa tahuu himan, jiraattonni kun.

Abbootiin Amantaa sirnicharratti argaman ergaawwan garaa garaa dabarsan.

Your browser doesn’t support HTML5

Jalabultiin Ayyaana Cuuphaa Haala Ho’aan Ambotti Ayyaaneffame