“Ummanni biyya tanaa ijjannoo isaa nu beeksisee... Injifannoo ifaa fi amansiisaa ta’e nuu kenne!”
Waan Joo Baayden Sadaasa 7 jedhan keessaa. Guyyaa harraa sa'aatii muraasan booda, Baayden kakatanii angoo fudhachuuf jiran.