Gosni vaayrasii koronaa haaraan kun maali?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gosti vaayrasii koronaa haaraan Biriteen, Afrikaa Kibbaa fi Braazil keessatti mullachuun oggeessota yaaddesseera. Gosti vaayrasii kun daddafee tamsa’a. Ammaaf rakkon kun mullachuu baatullee, talaallin jiru illee isa ittisuu diduu mala jedhama.

Gosa Vaayrasii koronaa kanaaf, saayntiistonni talaalliin jiru hojjachuu dhiisuu mala jedhanii maalif akka yaadan hubachuuf ibsituu armaan gadii caqasaa.