Dhaddachi Obbo Jawaar Mohaammad’faa Si’a Sadaffaaf Dabarsame; Kol. Gammachuu Ayyaanaa Mana-hidhaa Duraan Turanitti Akka Deebi’an Murtaa’e

Dhaddachi Obbo Jawaar Mohaammad’faa Si’a Sadaffaaf Dabarsame; Kol. Gammachuu Ayyaanaa Mana-hidhaa Duraan Turanitti Akka Deebi’an Murtaa’e

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaddachi Obbo Jawaar Mohaammad’faa Si’a Sadaffaaf Dabarsame; Kol. Gammachuu Ayyaanaa Mana-hidhaa Duraan Turanitti Akka Deebi’an Murtaa’e

Galmee Obbo Jawaar Muhaammad’faarra kanneen jiran irraa jecha amantaa fi waakkii dhaggeeffachuuf kan har’atti beellama kennee ture Manni Murtii Ol’aana Federaalaa dhadachi Lidataa ammas yeroo sadaffaaf beellama jijjiiramaa kenne.

Himatamitooni laganaa nyaataarra waan jiraniif fayyaa guutuudhaan yaada isaanii ibsachuu akka hin dandeenye kan ibsameen wal-qabatee beellamni kun dabarsame, jedhama.

Midiyaaleen deemsa dhaddachaa gabaasuuf achitti argamanis poolisiin dhorkuun gochaa sirrii akka ta’iin hubachiisee jira.

Gama biraatiin manni-murtii ol’aanaan, Koloneel Gammachuu Ayyaanaa, mana-hidhaa Qaallittii irraa bakka duraan ture Qilinxootti akka deebifaman murteessee jira.