FINFINNEE —
Hiriiraa tibba kana naannoo Oromiyaattii deggersa muummicha-ministaraa Abiyyii fi partii Badhaadhinaaf taasifame irratti partiilee seera qabeeyyii irratti maqa-balleessin geggefame, jechuun akkasumas cabiinsi seraas raaw’atamuu ibsuun Bordiin Filannoo Itiyoophiyaa hubachiisee jira
Your browser doesn’t support HTML5
Partiin Badhaadhinaa gama isaatiin hiririicha uummatni kaka’ainsa ofiitiin ka qopheeffate akka taheeti ibsuun, “kanneen balaaleffatan immoo finxaaleyyii dha,” jedhee jira.