Baqattonni Ertiraa Kanneen Tigraay Keessaa Rakkoo Gargaarsa Dhala Namaatu Mudatee Jita : Tokkummaa Mootummotaa

  • VOA

Faayilii - Baqatoota Ertiraa bara 2016 Itoophiyaa seenan

Itiyoophiyaa gama Kaabaa bulchiinsa naannoo waraansaa bututte Tigiraay keessa kanneen jiranbaqattoonni Ertiraa kuma hedduutti lakkaawaman, gargaarsai namoomaa fi eegumsi ka baay’ee isaan barbaachisu tahuu Jaarmayaa Dhimma Baqattootaa ka Tokkummaa Mootummootaa akeekkachiisee jira.

Gargaarsa naannoo sana dhaqqabsiisuuf mootummaan Itiyoophiyaa akka karaa itti achi dhaqqaban banu ammas irra deebi’ee iyyate, jaarmayaan kun.

Gabaasaa Liisaa Shilaayin caqasaa .

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattonni Ertiraa Kanneen Tigraay Keessaa Rakkoo Gargaarsa Dhala Namaatu Mudatee Jita : Tokkummaa Mootummotaa