Dhimma Yaala Obbo Baqqalaafaa Ilaalchisee Hoogganaan Mana-hidhaa Akka Qabamanii Mana-murtiitti Dhihaachuun Ibsa Kennan Ajaji Bahe 

(Suuraa faayilii)

Obbo Jawaar Mahaammad’faa hospitaala dhuunfaatti akka yaalaman ajaja mana-murtii irraa itti dabre maaliif akka raawachuu dhabe, Ajajaan Mana Sirreessaa Qaallittii qaaman dhiyaatee akka ibsu ajajamee har’as waan hin dhihaatiin hafaniif Guraandhala 18 bara 2013 hidhamanii akka dhihaataniif Manni Murtii olaanaa Federaalaa murteesse.

Gama biraatiin, Gareen Haakimoota Hospitaala Laand Maark, Mana Siressa Qaallitti dhaquun Obbo Jawaar Mahaammad fa'aaf tajaajila wal’aansa fayyaa kennu Manni murtii Waliigalaa Federaala murteessee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Yaala Obbo Baqqalaafaa Ilaalchisee Hoogganaan Mana-hidhaa Qaallittii Akka Qabamanii Mana-murtiitti Dhihaachuun Ibsa Kennan Ajaji Bahe