WAASHINGITAN, DIISII —
Golli Naga-eegumsaa ka Tokkummaa Mootummootaa, haala rakkoo gargaarsa namoomaa naannoo Tigiraay keessaa irratti mari’achuuf, Kamisa borii ka walga’u tahuu kaleessa Madda Oduu Asoosheetid Preesitti dubbatan – Dippiloomaatonni.
Walga’ichi akka geggeessamu biyya Ayerlaandiin kan gaafatame yoo tahu, Kamiisa borii gara guyyaa waaree cufataan geggeessama, jedhame.
Akka Dippiloomaatonni sun jedhanitti, walga’ii kanaa booda ibsa waloo baasuu fi dhiisuun waan mirkanaawe miti.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5