Dhaabatii Briteen Talaalii Astraa Zaneekaa Irratti Qorannaan Itti Fufeera

  • VOA

Qorattonni Oksfoord talaalii dhukkuba Koviid-19 ittisuu Astraa Zaneekaa jedhamu ijoollee fi dargaggoota irratti yaaliif talaaluu dhaabuu isaa beeksisee.

Kanaafis sababaan kennamee jaarmayaan Briteen keeessatti dawaalee to’atuu talaaliin kun fayyaa namaa irratti waan hordoofsisuu ilaalaa waan jiruuf ta’uun ibsamee jira.

Talaaliin kun kantaruu dhiiga qaama namaa waliin hidhata qaba yoo ta’e jechuun biyyoota Awuroopaa dabalatee sadarkaa addunyaatti qorataa jira.

Awuuroopaa keessatti talaaliin kun kumnii 18 namootaaf kan kennamee yoo ta’u 30 qofaatuu rakkoon dhiignii kantaruu isa mudatee.7 immoo lubbuu ofii dhaban.