Hanga Ofiikoo Dhukkubsadhee Argeetti KOOVIID-19 Akkas Hamaa Natti Hin Fakkaanne: Ogeettii Fayyaa

  • Jaallannee Gammadaa

Siistar Sa'aadaa Ahmad

Biroo Eeguumsa Fayyaa Oromiyaatti Daayreekteera barnoota fayyaa fi komuunikeeshinii kan ta'an Narsii kan ta'an Siistar Sa'aadaa Ahmad ofii isaanii dabalatee maatii guutuun vaayrasii koroonaan qabamanii akka turan ibsanii jiru.

Waa'ee dhukkuba KOOVID-19 Muuxannoo araganne uummataaf yoo hirree wal barsisuu ta'a jechuun keessummaa keenya har'a ta'an.

Gaaffii fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Hanga Ofiikoo Dhukkubsadhee Argeetti KOOVIID-19 Akkas Hamaa Natti Hin Fakkaanne: Ogeettii Fayyaa

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 2ffaa: Hanga Ofiikoo Dhukkubsadhee Argeetti KOOVIID-19 Akkas Hamaa Natti Hin Fakkaanne: Ogeettii Fayyaa