Hidhi Laga Abbayaa Dhihootti Humna Eletrikii Maddisiisuu Jalqaba, Jetti Itiyoophiyaan  

  • VOA

Itiyoophiyaan, yeroo roobaa dhufaa jiru, baatiilee Waxabajjii fi Hagayya gidduutti, hidha-laga Abbayaa kan wal-mormsiisaa ture irraa humna eletirikii maddisiisuu jalqabuuf karoorfachuu ishee, Ministiriin Dhimma-laa Itiyoophiyaa kaleessa beeksisee jira.

Baasii doolaraa biiliyoonii 4.6 kan ijaaramaa jiruu hidha laga Abbayyaa kana

kuusa isaa gara kiyuubiik meetrii biiliyoonii 18.4tti ol kaasuudhaaf, yeroo roobaa dhufuu keesaa bishaan kiyuubiik meetirii biliiyoonii 13.5 akka kuufamuuf jirus Ministrichi dabalee beeksisee jira.

Masriinis akka kana irratti mormii hin qabnes dubbattee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Hidhi Laga Abbayaa Dhihootti Humna Eletrikii Maddisiisuu Jalqaba, Jetti Itiyoophiyaan