Loltoonni Somaaliyaa Leenjiif Ertiraa Deeman Waraansa Tigiraay Keessaatti Hirmaatan Jedhamuun Prezidaantii Somaaliyaarratti Dhiibbaa Cimse  

  • VOA

Maatiileen loltoota Somaaliyaa dhabamanii Prezidaantii biyyittii komataa jiran

Loltoonni Somaaliaa kumootatti lakkaawaman leenjiidhaaf gara Ertiraatti ergaman, waraansa Tigiraay keessatti bobbaafamanii lolaa jiru, gabaasaan jedhu eega torban kana keessa bahee booda, mootummaa Somaaliyaa irratti dhiibbaan cimaa jira.

Maatiileen loltoota Somaaliyaa dhabamanii, ka oduu gabaasichaa dhara jechuun haalan – Prezidaantii Somaaliyaa maqaa “Farmaajoo” jedhamuun beekaman – Mohammed Abdullaahii Mohaammed komataa jiran.

Mohammed Kaahiyyee, Moqdishoo irraa akka gabaasetti. Koreen Paarlaamaa biyyattii achi-buutee loltoota sanaa ilaalchiisee akka qorannaan geggeessamu gaafataa jira.

Befekaaduu tu bal’inaan dhiheessa

Your browser doesn’t support HTML5

Loltoonni Somaaliaa Leenjiif Ertiraa Deeman Waraansa Tigiraay Keessaatti Hirmaatan Jedhamuun Prezidaantii Somaaliyaarratti Dhiibbaa Cimse