Biyyoota Afrikaa Hedduu fi Yemen Keessatti Uummatni Miliyoona 34 Caalu Afaan Beelaatii Deebifamuu Qaba, Jedha WFPn 

  • VOA

Faayilii - Namoota qehee irraa buqahan, Yaman

Uummatta miliyoona 34 ol tahan biyyootii Afriikaa hedduu fi Yemen keessa jiraatan qarqara afaan beelaa irraa deebisuuf tarkaanfiin hatattamaa fi deggersi maallaqa doolaara biliyoonaan laka’amu hatattamaan kan isa barbaachisu ta’uu Sagantaan Nyaata Addunhyaa beeksisee jira.

Dhuma torban dabree irra hoogganoonni biyyoota duureyyii G7 jedhamanii, waa’ee uummata miliyoonotatti lakkaawamanii rakkoo jireenya namoomaa keessa jiranii fi afaan beelaarra gahanii yaaddoo qaban ibsuudhaan, balaa hamaa kana furuuf doolaara biliyoona toorba gumaachuuf waadaa seenanii turan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyoota Afrikaa Hedduu fi Yemen Keessatti Uummatni Miliyoona 34 Caalu Afaan Beelaatii Deebifamuu Qaba: WFP