Yunaaytis Isteetsitti Ayyaanii Haaraan 'Juunteenth' Ragga’e

  • VOA

(suuraa faayilii)

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetes Joo Bayidan waxabajiin 19 akka Ayyaanaa sadarkaa feederaalatii kabajamu mallatoodhaan raggasisaniiru.

Guyiichii guyyaa sirnii gabrummaa kutaa yunaayitid hunda keesati seeraan dhowwameedha. Yunaayitid isteets sadarkaa feederaalaatti ayyanota kabajaman kudhan qabdii . Amma 11 ta’a.